Egeree Oromiyaa - EOs Podcast is a platform where we explore culture, identity, politics, literature, and the shared experiences of yesterday and today. We delve into the challenges faced by first-generation refugees, particularly Oromo youth in Sweden and other Western nations. Many untold stories emerge, offering support to both those who share and those who listen. Our podcast amplifies the voices of those who have experienced the trauma of leaving home and coming to Europe in various way ...
…
continue reading
1
Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1
2:51:10
2:51:10
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
2:51:10
aanaa2013@gmail.com Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shoro…
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com My Poor Mother My poor mother, the one and only I love, These days you are constantly in my thoughts, I can’t sleep or find rest, Preoccupied with worry about the impending fate, Thinking of what the pandemic might unleash upon you, Asking myself so many questions, wondering how you will fare, Filling in the blanks with observat…
…
continue reading
1
Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
1:07:26
1:07:26
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:07:26
aanaa2013@gmail.com CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiy…
…
continue reading
1
Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.
50:24
50:24
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
50:24
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan?
26:18
26:18
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
26:18
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
1:20:17
1:20:17
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:20:17
aanaa2013@gmail.com Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91L Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru
1:11:14
1:11:14
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:11:14
aanaa2013@gmail.com Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaa Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
#Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant
1:15:21
1:15:21
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:15:21
aanaa2013@gmail.com #Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaa Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?
1:03:56
1:03:56
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:03:56
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:25:57
1:25:57
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:25:57
aanaa2013@gmail.com Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jira…
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu…
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa…
…
continue reading
1
Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan?
48:01
48:01
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
48:01
aanaa2013@gmail.com Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman …
…
continue reading
1
#Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:25:57
1:25:57
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:25:57
aanaa2013@gmail.com Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa …
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabba…
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE
51:22
51:22
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
51:22
aanaa2013@gmail.com https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan marii kallattii gaggeessan Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
#Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:22:45
1:22:45
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:22:45
aanaa2013@gmail.com Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaa…
…
continue reading
1
𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa
39:59
39:59
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
39:59
aanaa2013@gmail.com 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taas…
…
continue reading
1
Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
1:44:42
1:44:42
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:44:42
aanaa2013@gmail.com Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa …
…
continue reading
1
Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti
19:39
19:39
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
19:39
aanaa2013@gmail.com Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi barsiisu…
…
continue reading
1
State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru.
1:37:52
1:37:52
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:37:52
aanaa2013@gmail.com Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru. Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (S…
…
continue reading
1
Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame.
1:15:06
1:15:06
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:15:06
aanaa2013@gmail.com Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame. Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Doorii Yaanaa: Weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa
4:11
4:11
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
4:11
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Afaan Oromoo Music | Oromo Classical Music Collection
30:43
30:43
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
30:43
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Walaloo dhumaatii uummata Oromoo Salaalee
0:24
0:24
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
0:24
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Muuziqaa Oromoo Abdallaa Huseen, Saani Adiin Faaya
5:40
5:40
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
5:40
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Certain essential qualities for a good writer
9:59
9:59
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
9:59
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Yaadannoo weellistuu fi qabsooftuu Oromoo Halloo Dawwee
1:59:55
1:59:55
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:59:55
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
MDhO/MCO: OROMOON BEELAA FI WARAANANN DHUMAA JIRA- MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO
2:26:01
2:26:01
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
2:26:01
aanaa2013@gmail.com MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO Waliin dhimma Waaraana OROMIYAA keessatti deemaa jiruu fi Beela nam-tolcheen uummata keenya dhumaataa jiruuf nuti maal gochuu dandeenya? Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Of tahuu fi Irreecha Oromoo fi Oromummaa - Oromo Thanksgiving holiday
1:39:24
1:39:24
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:39:24
aanaa2013@gmail.com Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous year. The Irreecha festival is celebrated every year at the b…
…
continue reading
1
#BURREE KOO #Oromo#poem by Caalaa Hayiluu
1:46
1:46
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:46
aanaa2013@gmail.com #Burreekoo! Burree koo yaa haadha Daalee, yaa haadha Boorri fi Sooree, Burruus si tiksuuf du’aa, Daaleen si hodhuuf gu’a, Boorriin roorroo kee jibbaa, Sooree fi magaaltu , sirratti wal dhiibaa Akkuma bifa kee, bubburree lafa guuttee, Akkuma amala kee, cucurree guddiftee, Kan jabaattee sin boqachiifnee, kan laaffattees, sinjibbaa…
…
continue reading
1
Maddi gandummaa siyaasa dhokataa Oromoo Xoophiyaa jalatti hidhuuf godhamuu dha.
1:17:57
1:17:57
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:17:57
aanaa2013@gmail.com Marii Yaadakool, Beekan fi Caalan taasisan Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Qabsoo Oromoo fi shira diinaa akkamiin irra aanna?
1:21:46
1:21:46
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:21:46
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Adoolessa 2023/Haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise
1:29:15
1:29:15
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:29:15
aanaa2013@gmail.com Haal siyaasa Oromoo fi shira diinaa mata duree jedhu jalatti haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Gadaa Labsina, Oromo new music by Bashaadaa Nagahoo
6:25
6:25
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
6:25
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Adoolessa 2023, Maaltu deddeemaa jiraa? Marii Caalaa Fi Dave
1:23:36
1:23:36
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:23:36
aanaa2013@gmail.com MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna. 1.Callisaa fi waca Diyaasporaa hiika malee fi kan hiikoo qabu… 2. Qophiilee adda addaa Diyaasporaan qophees…
…
continue reading
1
The legacy of Aaddee #NuureeMaammee and how do we remember and pass on her incredible works to the next generation?
1:05:51
1:05:51
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:05:51
aanaa2013@gmail.com Sad News The mother of the Oromo community and the umbrella of the Oromo community in #Sweden. Ad Nuure passed away recently after a long illness. Ad Nuuree represented or took duty in the Swedish Community during the worst times in Oromia, during the FDG and student movement in OROMIA especially from 2000-2018, to visit prisons…
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com MDhO/MCO: Caamsaa 30/2023 Qophii Egeree Oromiyaa Sagantaa keenya hardhaa keessatti Rogeessa fi qopheessaa Miidiyaa Waadaa Dave Abdiwaaq waliin marii goona nu caqasaa waliif qoodaa! https://www.youtube.com/live/ejrF6aJMD9Q?feature=share Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Music; Birraa Wal agarra by Galaanaa Gaaromsaa
7:13
7:13
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
7:13
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
QBO ajandaa fi akeekaa mataasaa qaba; ajandaa diinaa abbaltii Hin godhannu
1:51:23
1:51:23
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
1:51:23
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading
1
Poem : Walaloo, Gootota Oromoof, Caalaa Hayiluutiin
18:52
18:52
Mais Tarde
Mais Tarde
Listas
Like
Curtido
18:52
aanaa2013@gmail.com Support the showPor CHALA ABATE
…
continue reading